Dar es Salaam keessatti gaggeeffamu kanarratti gama WBOtiin Ajajaan Waliigalaa ABO-WBO Kumsaa Dirribaa [Jaal Marroo] argamuu barameera. Marroon qaamolee alaa marichaaf haala mijeessaniin Oromiyaa ...