Marichi Kamisa Bitootessa 10 akka taa'u amma dura kan gabaafame. Biyyoonni lamaan amma dura marroo lamaaf kan mari'atan yoo ta'u, bu'a qabatamaa hin argamsiifne. Moskoon namoonni nagaa magaalawwan ...