Pirezidantin duraanii Itoophiyaa Mulaatuu Tashoomee Ertiraan waraana haaraa Itoophiyaarratti banuuf qophaa'aa jirti jechuun dubbatan. "Walitti bu'insi biraan Gaanfa Afrikaa keessatti akka hin ...
Yeroo umuriin isaa wagga torba guutu karra eegaa tahuun tapha kubba miilaa jalqabe. Kilaba naannoo dhaloota isaa DR Koongoo, Epinaay Soos Seenaarti jedhamu keessatti kubba taphachuu eegalee booda ...